Australia
From Wikipedia
Commonwealth of Australia kan jedhamtu biyya kibba Hemispheretti argamu yoo ta'u, laffi kuni Ardii adunya kessa diqqitti ofii kessa qaba. Haa ta'u malee Australian Islandotta (biyyotta bishanin marfamani) kan akka major islandii Tasmania fi islandotta birra kibba,Indian Ocean fi Pacific Ocean kessatti argamanii ofii kessa qaba. Biyyoni dhihoo Australia argamani kabban Indonesia, East Timor fi Papua New Guinea, kabba bahan Solomon Islands, Vanuatu fi New Caledonia (French irra kan billisomtee) akkasumas kibba bahan New Zealand jedhamanitti argamu.