Europe
From Wikipedia
Europeiin ardii torbaan Earth kessa tokko dha. Europiin fulla fi Geology isheen fixxe dhihaa Peninsula, Eurasia yoo tattu, dhihaa Asiatti argamtii.
Dangaan Europe kan fakkatta.
- Kabban - Arctic Ocean
- Dhihaan - Atlantic Ocean
- Kibban - Gallana Mediterraniani
- Kibba-Bahan - Caucasus Mountains, Black Sea fi karra bishani Black sea fi Mediterraniani walitti qabsisu
- Bahan - Asia irra Ural Mountains, Ural River fi Caspian Sea gargarii ba'a.
Europiin adunya kessa diqqennani lammaffa yoo tattu, ballina hanga 10,180,000 square kilometre (3,930,000 sq mi) yokan adunya kessa percentii 2% qabatta. Ardiin adunya kessa Europe irra diqqo Australia qoffa. Bayyinaa ummattan garuu sadaffa gubba jirtii, kunis Asia fi Afrikaatti antetti. Bayyini ummatta Europe 710,000,000 yokan ummatta adunya kessa percentii 11% qabdii.