Arctic Ocean
From Wikipedia
Arctic Ocean, gallana Hemispher kabbatii argamu yoo ta'u, kan bayyinan argamu garu kutta lafa Arctic north polar jedhamu kan fixxe kabbatti argamutti argama. Gallani kuni gallana adunya hunda irra diqqicha yoo ta'u, qallinanis qallicha dha. International Hydrographic Organization (IHO) gallana kana akkumma gallanotta adunya shanan jalatti walitti-qabulle oceanographersotni yerro bayye Arctic Mediterranean Sea yokan salphatti Arctic Sea jedhani wamu, akkasumas akka bishaan diddiqo Atlantic Ocean jalatti argamani godhani qodanii. Arctic Oceaniin bishaan World Ocean walitti qabamani ademani kessa kan fixxe kabbatti argamu dha.
Kuttan bayyen gallana kana cabbi bishaanin kan marfamee yoo ta'u, kunis kan ta'u ji'otta qabana yokan immo yerro tokko tokko ganna guttu dha. Temprature fi Salinityiin bishaan kana "season"iin jijjirama, kunis yerro cabbin baqu fi yoo cabbin walitti-qabamu. Salinityiin gallana kana yoo ilallani avregii salinity shananii irra diqqa dha, kunis wanna evaporation (hurku) diqqa fi waan bishaan gara alla yerro bayye hin yane fi akkasumas bishaani qulqulun birra gara kessa yerro bayye waan hin sennef. Walit-qabami cabbi yerro "summer" (ganna) hanga percenti 50% ta'a.