Afrikaa
From Wikipedia
Afrikaan (Africa) adunya kessa ardii gudditti lammafaa fi ardii bayyina ummatan Ashiatti ante lammafa irra jirtu dha. "island" itti dhihattanin walitti qabame Afrikaan ballini ishe hanga 30,221,532 km² (11,668,545 mi²) yoo ta'u, balinni kuni immo 6.0% balinna adunya (lafa fi bishan walitti qabame) yo qabattu, kan lafa qoffattin immo 20.4% ballina adunya qabatta. Bara 2005 bayinna ummata 900,000,000 calu biyyotta 61 kessatti yoo qabdu, bayyini ummataa kuni immo 14% bayyina ummata adunya ta'a. Ardiin kuni kabban Gallana Mediterraniani (Mediterranean Sea), kabba bahan Suez Canal fi Gallana Dimma (Red Sea), kibba bahan Idian Ocean, dhihaan immo Atlantic Ocean dangefamte argamti. Madagascar iin walitti Afrikaa kessa biyyotta 46tti argama, island iin walitti immo biyyotta 53tti argama.