Carbon dioxide
From Wikipedia
Carbon dioxiden kuniin kemikala kompawindii kan atomii carbon tokko fi oxygen lama ofii kessa qaba. Yerro bayee kemikala formula isaa CO2 tiin bekamaa. Kompoundiin kuniin Atmosferra lafa kessatti diqenaan persentii tilmamaan 0.038% ta'uun yoo jirattu, kunii immo greenhouse gaz bayyee barbachisaa dha. Akkatta solid isaa kessatti dry ice yokan cabbii goggaa jedhame bekama. Innis kutta gudda marsaa carboniit. cycle]].
[edit] Chemical fi physical properties
Carbon dioxidiin gazii qalamu hin qabne yoo ta'u, yoo bayyinan gara kessatti afuuran fudhatamee (kunis waan hamma ta'e dha sababis rakko asphyxiation fiduu danda'a), dhandhama hamma afaan kessatti fi warranumma funaan fi qonqo kessatti fiduu danda'a. Kunii immo kan dhufuu yoo gaziin kuni mucous membrane fi saliva kessatti walit makame, carbonic acid jajjaba hin tanee ummu dha. Namii tokko dhugatti carbonate ofii kessa qabu (leslasa fi ambo'a) dhugee agasa'u yoo yalle, waani akkana itti dhaqabu danda'a.
Densityiin gaz kana standard temperature and pressure kessatti hanga 1.98 kg/m³ yoo ta'u, kunii immo density qillensa harka 1.53ttin calla. Molekuliin carbon dioxide (O=C=O) bond harka lama lama ofii kessa qaba, akkasumas fakkin isaa dagale tokkon (linear) dha. Dipole elektriki hin qabu. Akka oxidized ta'etti (oxygen ofii kessa qabuti), gaziin kuni waantotta birra wajjin dafee walitti hin makamu, akkasumas kan gubachu danda'u niti.
Dhibaa atmosferra sirri (normal) (1 atm) fi temp. −78.5 °C irratti, carbon dioxidiin osoo fesashit hin jijjiramiin akkatta solid irra gara akkatta gaziit akkatta sublimation jedhamuun yokan gazii irra gara solidiit akkata deposition jedhamuun jijjirama. Akkatan solid isaa maqaa "dry ice" yokan "cabbi goggoga" jedhame bekama. Carbon dioxidiin fesashi ta'e kan umamuu yoo dhibaan 5.1 atm callu dha. Qabxiin sadii isaa dhibaa 416.7 kPa irratti -56.6 °C yoo ta'u, akkasumas critical point isaa 7821 kPa irratti 31.1 °C dha.