Solid
From Wikipedia
Waani solid tokko states of matter kessatti kan bekamaniin walit-qabamu fi jijjirama volume diduun. Diqesanii (akka microscope jalatti) yoo ilalanii, solidiin amalla (property) sadii qaba :
- atomonni yokan moleculonni solid kessatti argamanii bayee walit qabamani argamu.
- Waanen solid kessatti argaman bakka ta'eet akkataa ta'een walit qabatanii ademuu. Kunis jabenya solidiif sababa ta'a. Mineralogy fi crystallograpy kessatti, fakkin (structure) crystal tokko akkata walitti qabamu atom crystal sunii irratti hunda'a. Fakkin crystal kutta diddiqa fi atomotta akkataa ta'een walit qabaman ofii kessa qaba, tesoon isaanis irra dedebia 3Diin ademma. Bakki duwaan kutalle crystal jiduu jiruu kan karaa hundumaan argamu lattice parameters jedhame bekama. Amalli (property)iin tesso qixee crystalla fulla kessa crystalat walitti qabama. Fakkii (structure) fi akkata (property) tesson crystalla amalla (property) crystalla kan akka cleavage, electronic band structure fi optical properties hundessa.
- Yoo humni ga'a ta'ee irratti gadhifame, amalli lameen kunii caccacabu danda'u, kunis akka tesoon crystal sunii hamatuu tasisaa.
- Waan solidiin hunda thermal energy hanga ta'ee ofii kessa qabuf, atomiin isaani ni chocho'a. Haa ta'u malee, sochiin kuni diqqa fi bayye jarjaradha, kanafuu sochiin kunii akkataa hundat ilalamuus bekamuus hin danda'u.
The branch of physics that deals with solids is called solid-state physics, and is a type of condensed matter physics. Materials science is primarily concerned with properties of solids such as strength and phase transformations. It overlaps strongly with solid-state physics. Solid-state chemistry overlaps both of these fields, but is especially concerned with the synthesis of novel materials.
The lightest known solid is man-made and is called aerogel. The lightest aerogel produced has a density of 1.9 mg/cm3 or 1.9 kg/m3 (1/530 as dense as water).
There are many solids in our every day lives. Some examples of solids are ice, wood, plastic, and more.