Canada
From Wikipedia
Canadan biyya bayyinan kabba North America qabatte dha. Adunya kessa Canadan ballina lafaa ishee yoo walitti qabanni ilallani lammaffa irratti argamtii. Canadan Atlanic Ocean irra kastee hanga Pacific Ocean yoo balattu, kabban immo hanga Arctic Ocean fagatti. Kibba fi kabba dhihaan Canadan United Statesiin dangefamti. Jiratotni Canada ummatta aboriginal (Indians, Metis fi Inuit) jedhamani dha. Canadan bara 1867tti akka British Coloniesitt dhabatte. Haa ta'u male Canada kessa bakki tokko tokko French Colonies turrani. Canadan United Kingdom irra kopha kan batte bara 1982tti. Haa ta'u malee Canadan akka Commonwealth Countritt bekkamti, akkasumas Queen Elizabeth 2n, head of state Canadatti.
Canadan Federal Constitutional Monarchy yoo tatu kan ittin bultu immo Parliamentay Democracy dha. Province kudhani fi Territory sadi qabdi. Akka Federalatti Canada kessatti afaan akka biyyatti fudhatamu English fi French dha.