Binensotta
From Wikipedia
Binensotti qoqqodama organizimotta kessaattii guggudo kan ta'aan kessa tokko yoo ta'uu, kan qoqqodamus akkaa kingdom Animalia yokan Metazoa ta'eet. Walumma galattii celli bayee kan qaban, waan isaan marsee jiruu kan hubatanii fi kan nyataan immoo organizimotta biraa nyachuun yokan kuttaa organizimotta biraa kessaa hanga ta'ee nyachuun kan jiratanii dha. Qamnii isaan kuni akkumaa gudataniin jabacha dhufaa, kunis bayinaan kan ta'uu akka embryot yoo guddatan, haa ta'u malee binensotti tokko tokko itti anee metamorphosis geggesu.
Jechii "animal" jedhuu kan dhufee latin "animal" yokan (bayeet (plural) "animalia") kunis jechaa "anima" jedhamuu irraa kan dhufee yoo ta'uu, hikaan jechaa kana qillensa yokan lubuu barbachisaa jechuu dha. Akka jechaa guyya guyyat fayyadamanit, jechii kunii hikaan isaa binensotaa nama alla ta'aan ibsuuf tajajilama. Haa ta'u malee biology kessatti jechii kunii miseensotta Kingdom Animalia ta'aan hundaa ibsuuf tajajilamaa. Kanaafu jechii "binensotta" jedhuu biology kessatti yoo tajajilamuu namas walit-qabata.