Carbohydrate
From Wikipedia
Carbohydrates yokan saccharides (Afaan Greek σάκχαρον kun jechuni immo "sugar") molecules salpha yoo ta'an fakkin issani straight-chain aldehydes yokan ketones yoo ta'an hydroxyl bayye offitti darame qaba. Hydroxyliin kuniin kan yerro bayye itti argamu immo Carbon Functional Group aldehyde yokan ketone allatti argamu irratti argama. Carbohydratonni molecule bayye argamu yoo ta'u, fayyida bayye wantotta lubbu qabbanif kenna. Fayyida carbohydrate kessa energy (Starch, Glycogen) ofii kessatti kussu fi daddabarsu. Akkasumas structure akka Cellulose biqqiltotta kessatti fi Chitin bineensotta kessatti argamani qarqarra. Akkasumas, carbohydrate fi kan carbohydrate irra hojjatamani jirrenya nama kessatti fayyeda bayye qabu. Fayyidan isaanis immune system, fertilization, pathogenesis, blood clotting, fi development kessatti.
Kuttan carbohydrate barbachisanni Monosaccharide jedhamu, kunis glucose, Galactose, fi Fructose jedhamu. Chemical formulan carbohydrate monosaccharide hundumma (C·H2O)n dha. "n" kuni lakkofsaa sadii fi sadii olii dha. Monosaccharides hanga lakkofsaa hin qabneen walitti qabamu danda'u. Monosaccharides lama yoo walitti qabamani Disaccharide jedhamu, kunis Sucrose fi Lactose jedhamu. Carbohydrates monosaccharide sadii hanga ja'a qabani Oligosaccharide jedhamu, kan monosaccharide kana olii qabani immo polysaccharide jedhamu. Polysaccharidotni, akka starch, glycogen, yoka cellulose, dherrinan unit hanga kumma qabu. Carbohydrates bayyen monosaccharide jijjirame kan group tokko fi tokko olii jijjirate yokan ofii kessa basse qabu. Fakkena deoxyriboseiin, kan kutta DNA ta'e kuni, ribose jijjirame dha. Chitiniin N-acetylglucosamine (gossa glucose Nitrogen ofii kessa qabuu) ofii irra deddebi'u (repeat) godhu qaba.