Madagascar
From Wikipedia
Madagascar yokan Republic of Madagascar (maqqa durii immo Malagasy Republic) Island Nation yoo tatu kan argamtussi Indian Ocean kessatti kunis qarqarra kibba-baha Afrikaan. Island (biyya bishaani qoffan marfamte) Madagascar adunya kessa islandii guddinnan afurraffa gubba argamtu dha. Percentiin 5 gossa biqqiltotta fi binensotta adunya Madagascar kessatti argamu. Kan kessa immo percentiin 80% Madagascar qoffatti kan argamanni dha. Kan kessa kan bekkamani immo Lemur Primate kan ta'an, carnivous (fonni nyattotta) kan ta'an Fossa, akkasumas gossa sinphirre Madagascar qoffa kessatti argamani sadii fi Gossa Baobab ja'a kan Madagascar qoffa kessatti argamani offi kessa qaba. Nammi Madagascar kessa jirrattu Malagasy jedhama (Madagascan mitti) akkasumas afaan Madagascar Malagasy Language jedhama.