Kilimanjaro
From Wikipedia
Kilimanjaron, qaraan Kaiser-Wilhelm-Spitze jedhame kan wamamu, garaa kabba baha Tanzania tti argamu dha. Kilimanjaron adunya kessa dherina garaa kobba ejjanii kessa tokkoffa dha. Jalatti dherinna 4600 metre s (15,000 ft) kan ta'u, and akkasumas faggenaa gudda Africa kessa 5,895 metres (19,340 ft) qaba, garrotta isaa marsani irra ilalcha nama gamachisu qaba. Kilimanjaro stratovolcano guddicha, yerro ammatti kan ta'u osoo hin ta'in, fumarole wajjin dhoqa fixee kibo tti kan gas basu dha. Bara 2003 siyinsistin magma n baqee metre 400 gaditti akka argamu walii galani turan.