Tanzania
From Wikipedia
Tanzanian seeran United Republic Of Tanzania ( Afaan Swahili n Jamhuri ya Muungano wa Tanzania) kan jedhamtu biyya baha Afrikaatti argamtuu dha. Kabban Kenya fi Uganda n, dhihaan Rwanda, Burundi fi Democratic Republic Of the Congo n, kibbaan Zambia, Malawi fi Mozambique n and bahaan immo Indian Ocean iin marfamtee argamtii.
Maqaan Tanzania jedhamu kunii kan ba'eef maqaa Tanganyika kan kutaa lafaa ishee tateffi fi maqaa Zanzibar lafaa ishe kan bishaniin marfamtee, dangaa bahan argamtu irra dhufee. Bara 1964, Tanganyikan Zanzibar wajjin tokko tate "United Republic Of Tanganyika and Zanzibar" ergaa jedhamte bodaa, barumma sunitti maqaa "United Republic Of Tanzania" jedhamu argatte.
Bara 1996 biroon motumma Dar es Salaam irra Dodoma tti jijjiramun, Dodoman "ketema" guddo Tanzania tatte. Dar es Salaam immo "anna" dinagdee gudditti tatte.
Jamhuri ya Muungano wa Tanzania United Republic Of Tanzania
Jecha Ummata Tanzania "Uhuru na Umoja" - "Billisuma fi Tokkumma"
Sirbaa Allaba Mungu ibariki Afrika- "Waqqii Africa haa Ebbisuu"
Ketema guddo-Dodoma (Dar es Salaam) Ketema ballina gudda qabdu Dar es Salaam
Afaan tokkoffan-Swahili
Motumma-Republic
President-Jakaya Mrisho Kikwete
Prime Minister-Edward Lowassa
Billisumma United Kingdom irra argatte
Ballinaa lafa 945,087 km square ykn 364,898 mile square
Percentii Bishani 6.2%
Bayyina Ummattaa
Nov 2006 tilmamee 37,849,133 2002 census 34,443,603
Density 41/square km ykn 106/square mile
GDP (PPP) 2005 estimate
- Total $27.12 billion (99th)
- Per capita $723 (178th)
Gini? (2000–01) 34.6 (medium) HDI (2004) 0.430 (low) (162nd) Currency Tanzanian shilling (TZS) Time zone EAT (UTC+3)
- Summer (DST) not observed (UTC+3)
Internet TLD .tz Calling code +2552
Allaba Tanzania