Hararghe Baha
From Wikipedia
Hararghe Baha (yokan "East Hararghe") zonii Oromia kudhaan-laman kessa tokko yoo tattu, maqaa kanas anna Hararghe duri irra fudhatee.
Hararghe Baha kibba-dhihaan Laga Shebellen kan Zonii Bale gargari basuni, dhihaan Dhiha Hararghen, kabban Dire Dawan fi kabba fi bahan immo Somali Regioniin dangefamte argamti. Harari Regioniin zonii kana kessatti marfamte argamti. Annollen bekkamoni Hararghe baha Haromaaya, Babille fi Funyan Bira. Bakki zoni sunitti dinqisisaa ta'e Harar Wildlife Sanctuary dha.
Central Statistical Agency (CSA) akka gabassa "Ethiopian Coffe and Tea authority" irratti hunda'e akka ibsetti toniin buna 3,654.00 ta'u bara dhumaa 1997 E.C. (2005 G.C.) irratti akka Hararghe bahati biqille ibserra. Kuni immo basii [Oromia]] kessa persentii 3.17% yoo ta'u, bassi biyya (Ethiopia) kessa immo persenti 1.6% ta'a.[1]
[edit] Gabbassa
Gabbasaa Central Statistical Agency irra bara 2005 akka ibsutti, zoniin kuni tilmamaan bayyina ummatta 2,555,635, yoo qabatu kan kessa 1,298,104 dhiraa yoo ta'an kan hafan yokan immo 1,257,531 immo dubraa dha. Bayyina ummatta oliitii ibsame kessa persentiin 6.9% yokan namni 175,440 badiyya alla jirrattu. Ballina lafa tilmamaan 24,900.21 square kilometers ta'u kessatti "density" (walitti-kufami) ummatta Shawaa dhihaa tilmamaan 102.64 people per square kilometer ta'a.[2]
Akka World Bank memorandumi bara Ebla 13, 2004 yokan (May 24, 2004) akka ibsutti, Persentiin 3% jirattotta Shawaa dhihaa elektriki ni fayyadatamu, akkasumas "density" kara konkolatta zoni kana 39.6 kilometers per 1000 square kilometers yoo ta'u (kunis yoo kilometer 30 biyya wajjin yoo walitti madalaan) [3], akkasumas avregiin abba mana badiyya tokko hektara lafa 0.5 (kunis hektara lafa biyya 1.01 fi hektara lafa Oromia 1.14 wajjin yoo walitti madalamu)[4], akkasumas avregiin abba mana baddiya tokko mataan horii mana hanga 0.6 qaba. Persentiin 13% ummatta, namotta qonaa malee jiratan yoo ta'an, kunis yoo kan biyya persenti 25% fi kan Oromia 24% wajjin yoo walitti madallan. Ijolle barachu danda'an kessa persentiin 53% mana barumsa sadarka tokkoffati galma'ani argamu, akkasumas persentiin 10% mana barumsa sadarka lammaffatti galam'ani argamu. Persentiin 44% zonii kana malariaf bana kan jiraan yoo ta'an, tokkoleen Tsetse flyiif bana miti. Memorandamiin zonii kana risqii qillensa gogga (drought) qabachun qabxii 367 kenaf.[5]
[edit] Annolle
- Bedeno
- Babille
- Deder
- Fedis
- Girawa
- Gola Odana Meyumuluke
- Goro Gutu
- Gursum
- Haro Maya
- Jarso
- Kersa
- Kombolcha
- Kurfa Chele
- Malka Balo
- Meta
[edit] Notes
- ↑ CSA 2005 National Statistics, Table D.2
- ↑ CSA 2005 National Statistics, Tables B.3 and B.4
- ↑ "Ethiopia - Second Road Sector Development Program Project", p.3 (World Bank Project Appraisal Document, published 19 May 2003)
- ↑ Comparative national and regional figures comes from the World Bank publication, Klaus Deininger et al. "Tenure Security and Land Related Investment", WP-2991 (accessed 23 March 2006).
- ↑ World Bank, Four Ethiopias: A Regional Characterization (accessed 23 March 2006).