Help:Contents/Fedhii Kiyya (My Prefrence)
From Wikipedia
Contents |
[edit] User Profile
- Maqaa nama Fayyadamu: maqaan kunii maqaa atti yoo log-in/sentuu kenitee dha. Maqaa kana jijjiru hin dandentu.
- User ID: Kuniin kan sii kennamu akkanumatti yoo ta'u, waan atii fillachu dandettu miti.
- E-mail: Kuni electronic-mailii atii yeroo log-in tatuu kennitee dha. Kana kenuun dirqama miti, garuu yoo kana kenitee wikipedia kana irratti nama biraa wajjin walii-barresuu ni dandetta.
- Maqqa mana yokan bira: Kunii akka nickname kan kettit tajajilla. Haa ta'u malee kana qabachuun dhibaa fidu danda'a. Kunis yoo faramtuu maqaa kankee log-in itti tatte osoo hin ta'in maqaa kanatti dhufaa, kuni immo akka namii enyumma kankee bekku hin dandenne sii godha.
- Raw signatures (without automatic link) - Kana fillachuun garii mitii, maliif?, kunis firmaa kankee fayyadame akka namii si barresuu hin dandenne si godhaa. Fakkena yoo bakka kana hin fillane kan akkanatti dhufaa [[user:adda]] sa'a guyya wagga yoo hin fillane garuu kan akkanatti dhufaa user:adda sa'a guyya wagga.
[edit] Passwardi Jijjiru
Beksisa: kana kan fayyadamtu yoo passwardii jijjiru fete qofa. Passwardii jijjiruf immo kaneen godhii
- Passwardi qarra: Passwardii duraan yoo log-in tattu gutee ammas gutti
- Passwardi harra: Passwardii harra barbaduu gutti
- Passwardi harra debisi katabi yokan barresii
- Sennu kiyya kompitera kana gubbatti qabadhu - Kana fillachuun akka yeroo hundaa accountiin kankee komputeraa kankee irratti banaa ta'u tasisaa.
[edit] E mailii
- Barrefamii duraa jirru e-mailiin kankee yomii akka fudhatame jiruu agarsisaa.
- Box 1ffa - Kana fillachuun akka nami e-mailii sii gochuu danda'u tasisaa.
- Box 2ffa - Kana fillachuun akka kopiin e-mailii nama ergitte akka argatuu si dandesisaa.
[edit] Gogga
Kuni fakki wikipedia kankee jijjira, haa ta'u malee bakka hundatti wikipedian kana fakkata jechuu miti, kuni sii qofaaf. Fillachuuf circle tuqaa, ilaluuf immo (Preview) kan jedhuu tuqaa. Ergaa xumurtanii bodaa save tolchaa. Yoo akka qarra jirutti debisuu fetaan Reset tuqaa.
[edit] Herrega
Kuni kan tajajilamuu yerro formulan herrega barrefama kessatti fayyadamu dha. Ammaf akkuma jiruutii dhisuun barbachisaa dha. Wa'ee barrefama herrega ilaluuf kana bana. Yoo jijjirtanii garuu save godhaa. Yoo akka qarra jirutti debisuu fetaan Reset tuqaa.