Swahili
From Wikipedia
Swahili (akkasumas kan Kiswahili jedhamu) Afaan Bantu tti. Afaanii kunni afaan biyyotta Sahara n jalla jirranitti yeroo bayee dubbatama. Swahilin afaan Ummattaa Swahilikan fixee Gallana Oceanii kabba Somaliafagatte hanga danga Mozambique fi Tanzania argamaniin dubbatama. Ergaa afaan adda Tanzania kufeen bodda, Kiswahilin akka afaan tokkoffatti ummattaa Tanzanian fudhatame, lakkofsii ummatta afaan Kiswahili akka Afaan tokkoffatti dubbatan hanga million 40 guddatte. Haa ta'u malee Kiswahilin ummatta hanga million 100 ta'aniin dubbatamma. Biyyotta kabba Africa tti fi Democratic Republic Of Congo tti Swahilin lingua franca ta'erra. Swahilin afaan Africa jirran kessa akka afaan hojjii African Union kan fayyadaman isaa qofaatti. Kiswahilin University gugguddo adunyaa kessatti ni barsifama, akkasumas stationotta akka BBC, Voice of America fi Xinhua irratti ni dabarfama.
Biyyotta itti dubbatamu Tanzania, Kenya, Uganda, Rwanda, Burundi, Congo (DRC), Somalia, Comoros Islands, Mozambique, Mayotte.
Bayyina Dubbatotta Akka Afaan tokkofatti - 40 million Akka Afaan lammafatti - 100 million
Kutaa Afaanii itti rammadamu Niger-Congo->Atlantic-Congo->Volta-Congo->Benue-Congo->Bantoid->Southern->Narrow Bantu->Central->G->Swahili
Afaan tokkoffa Tanzania, Kenya, Uganda(2005 jalqabe)tti.
- Kamusi Project Internet Living Swahili Dictionary