Kalee
From Wikipedia
Barnoota Anatomy keessatti urinary system kan jedhamu kaleen xurii dhigaa keessa jiru (kan akka urea) basse, Bishaan wajjin, akka urineitt (fincanitti) bassa. Fieldiin wayye kalee fi dhukkubotta kalle qo'attu nephrology (nephro- kan Afaan Greek nephros jedhamu irra dhufee kalee jechuu yoo ta'u renal jechuun immo Latin irra kandhufee yoo ta'u renes jechun kalee jechu dha.
Ilmee nama kessatti, kaleen kutaa posterior jedhamu kan abdomen (garra) kessatti argamu kessatti argama. Gamma spine lachuun kallen tokko tokko jirra; kallen mirgaa liver jalla yoo argamuu, kaa bitta immo diaphragm jallatti spleenitti anne argama. Kalee lachu gubbatti adrenal gland (akkasumas kan suprarenal gland jedhamu)tti argama. Bakka sunitti Liveriin wanna argamuffii, tessoon kaleen mirgaa diqqo karra gadii jirra, kallen bitta immo diqqo jiddutti dhi'atta.
Kaleen retroperitoneal jedhamee wamama, kuniis peritoneum (lining of abdominal cavity) dudduba argamani jechu dha. Tilmamman bakki itti argamani levelii vertebra T12 to L3 dha. Gubban kalee ribs 11fa fi 12fa marfamme argama, akkasumas kaleen lachuu kutta fatii lamman (the perirenal and pararenal fat)iin marfamme argama kunii immo akka borratti ta'e kalee qarqarra. Kaleen tokko yokan lammanu dhabani jirachun ni dand'ama. Tokko yoo ta'e unilateral renal agenesis, lamma yoo ta'e bilateral renal agenesis jedhama.