Globulins
From Wikipedia
Globulin kan jedhamu kuni gossa protein serum kessatti argaman lamaan kessa tokko dha, kan biraa immo albumin dha. Maqaan genetic kuni tartiba proteinotta garagara kan gossa protein molecule gugguda qaban, kan bishaan qulqullu kessatti hanga albumin makamu hin dandenne, kan ademsaa serum electrophoresis kessatti albumin gaddi ademaan kessatti argama.
Maqaan kuni yeroo tokko tokko maqaa Globular protein jedhamu wajjin akka gossa tokkotti tajajilamma. Haa ta'u malee albuminiin globular protein dha garuu, globulin miti. Serum globular proteinotni kan birra hunda garu globulin dha.
Protein electrophoresis tajajilamuun globulinotni gossa afuuritti qoqqodamu:
- Alpha 1 globulins
- Alpha 2 globulins
- Beta globulins
- Gamma globulins (immunoglobulins)